Now livetag icon
The official Gen AI Landscape report for 2026 is here. Don’t miss out!Get your copybanner icon

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo app analytics for August 19

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

  • Robsan Mako
  • Apple App Store
  • Free
  • Books
Macaafa Qulqulluu Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device)tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna! L.Dr. Tasgara Hirpo Robsan Mako Developed by Waktola Merdassa waktolam@gmail.com Amajji, 2020
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

Store Rank

The Store Rank is based on multiple parameters set by Google and Apple.

All Categories in
United States--
Books in
United States--
Create an account to see avg.monthly downloadsContact us

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo Ranking Stats Over Time

Similarweb's Usage Rank & Apple App Store Rank for Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

Rank

No Data Available

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo Ranking by Country

Counties in which Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo has the highest ranking in its main categories


Top Competitors & Alternative Apps

Apps with a high probability of being used by the same users, from the same store.

Oromo English Amharic

Oromo English Amharic

Urs Niggli

Afaan Oromo Bible Verses

Afaan Oromo Bible Verses

Kabila Soboka

Amharic-Bible

Amharic-Bible

KALKIDAN DUMESSA

Oromo Book

Oromo Book

JONATHAN YONAS HAMBISSA

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo VS.

August 19, 2026