9月6日 的 Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo 應用程式分析
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
- Robsan Mako
- Apple App Store
- 免費版
- 書籍
Macaafa Qulqulluu
Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device)tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!
L.Dr. Tasgara Hirpo
Robsan Mako
Developed by Waktola Merdassa
waktolam@gmail.com
Amajji, 2020
商店排名
商店排名基於Google和Apple設定的多個參數。
所有類別 在
美國--
書籍 在
美國--
建立帳戶即可查看平均每月下載次數聯絡我們
隨時間變化的 Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo 排名統計
Similarweb 的使用排名和Apple App StoreMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo排名
排名
無可用數據
9月 6, 2026
