10月10日的Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo应用程序分析
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
- Robsan Mako
- Apple 应用商店
- 免费
- 图书
Macaafa Qulqulluu
Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device)tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!
L.Dr. Tasgara Hirpo
Robsan Mako
Developed by Waktola Merdassa
waktolam@gmail.com
Amajji, 2020
商店排名
商店排名基于 Google 和 Apple 设置的多个参数。
所有品类在
美国--
图书在
美国--
创建账号以查看平均每月下载量联系我们
动态Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo排名统计
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo的 Similarweb 使用排名和Apple 应用商店排名
排名
没有可用的数据
十月 10, 2026
